Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Lesen: Percuma ‎Saiz fail: 2.62 MB
‎Penarafan Pengguna: 2.5/5 - ‎1 ‎Undi

Ia adalah aplikasi Mudah Alih yang digunakan untuk mengajar bagaimana mana-mana badan di seluruh dunia boleh membaca, menulis dan bercakap Afan Oromo dengan cara tatabahasa. Supaya, aplikasi ini memainkan peranan yang besar untuk pembangunan Bahasa Oromo Afan.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!

sejarah versi

  • Versi 1.3 diposkan pada 2016-06-17
    Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.

Butiran Atur Cara