HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Lesen: Percuma ‎Saiz fail: 4.19 MB
‎Penarafan Pengguna: 0.0/5 - ‎0 ‎Undi

Tentang HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo bersamaan dengan Riddle dalam bahasa Inggeris, hampir :) Hiibboo atau Riddle adalah satu bentuk meneka permainan yang telah menjadi sebahagian daripada cerita rakyat kebanyakan budaya dari zaman purba. Aplikasi ini mengandungi beberapa soalan Hiibboo dalam bahasa Afan Oromo. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgalgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddi taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan namaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis mahuoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafatataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Sila menilai apl kami di kedai Google Play. Terima kasih kerana memuat turun,